2 ጢሞቴዎስ 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 አመ ገሩ አያን ሱን ዹፋቲ ፈይሳኬኘ ክርስቶስ ዬሱስ እሰ ከራ ወንጌላቲን ዱአ በሌሴ ጅሬኛፊ በዲሰ ኦሉ እፈት ባሴ ሰናቲን ሙልእፈሜረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Amma garuu ayyaanni isaa dhufa fayyisaa keenyaa Kristos Yesusiin nutti mul'ifameera; inni humna du'aa cabsee, jireenya, badiisa ooluus karaa wangeelaa ifatti baase*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 amma garuu ayyaanni sun dhufaatii Fayyisaa keenya Kiristoos Yesuus isa karaa wangeelaatiin duʼa balleessee jireenyaa fi badiisa ooluu ifatti baase sanaatiin mulʼifameera. Viz kapitola |