2 ተሰሎኒቄ 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 ከናፉ ኑ ቆሩምሰ እስን ኦብስተን ሰናፍ፣ አርአተመ ሁንደ ኬሰት ጀባተኒ ዻበቹኬሰኒፊ አመንቲኬሰኒን ወልዶተ ክርስታና ዋቃ ኬሰት ሰበቢኬሰኒን ኦፍ ጀጅነ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Ari'atamuu keessan hundumaatti rakkina baattan keessattis obsaa fi amantii isin qabdaniif nuyi waldoota Waaqayyoo keessatti isiniin of in jajna*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 Kanaafuu nu qorumsa isin obsitan sanaaf, ariʼatama hunda keessatti jabaattanii dhaabachuu keessanii fi amantii keessaniin waldoota Kiristaanaa Waaqaa keessatti sababii keessaniin of jajna. Viz kapitola |