Online Bible

- Reklamy -




2 ተሰሎኒቄ 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

3 ያ ኦቦሎተ፣ ሰበቢ አመንቲንኬሰን ባይኤ ጉደቻ፣ ጃለል ሁንድኬሰን ወሊኬሰኒፍ ቀብደንስ እቱመ ደበላ ጅሩፍ ኑ ዬሮ ሁንደ ዋኤኬሰኒፍ አከ መሉት ዋቀ ገለቴፈቹ ቀብነ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

3 Yaa obboloota ko, yeroo hundumaa waa'ee keessaniif Waaqayyoon galateeffachuun nu irra jira; amantiin keessan safara malee guddachaa, jaalalli hundumti keessan adda addaan waliif qabdan baay'achaa waan adeemuuf galateeffachuun keenya qajeelaa dha*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

3 Yaa obboloota, sababii amantiin keessan baayʼee guddachaa, jaalalli hundi keessan walii keessaniif qabdanis ittuma dabalaa jiruuf nu yeroo hunda waaʼee keessaniif akka malutti Waaqa galateeffachuu qabna.

Viz kapitola kopírovat




2 ተሰሎኒቄ 1:3

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy