Online Bible

- Reklamy -




2 ተሰሎኒቄ 1:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

12 ኑስ አኩመ አያነ ዋቀኬኛቲፊ ጎፍታ ዬሱስ ክርስቶሲት አከ መቃን ጎፍታኬኘ ዬሱስ እስኒን ከበጀሙፊ አከ እስንስ እሳን ከበጀምተኒፍ ዋን ከነ ከዸትነ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

12 Kanaan maqaan gooftaa keenyaa Yesus isin biratti ulfina in argata; isinis akka ayyaana Waaqayyo keenyaatii fi akka ayyaana gooftaa Yesus Kristositti isa biratti ulfina in argattu.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

12 Nus akkuma ayyaana Waaqa keenyaattii fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiitti akka maqaan Gooftaa keenya Yesuus isiniin kabajamuu fi akka isinis isaan kabajamtaniif waan kana kadhanna.

Viz kapitola kopírovat




2 ተሰሎኒቄ 1:12

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy