2 ሳሙኤል 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 “ኤርገሲስ እን፣ ‘ነረ ዻበዹ ነ አጄስ! ዋን ሉቡን ነ ኬሳ ህንበእኒፍ አን አከ መሌ ዽጰቻን ጅራቲ’ ናን ጄዼ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 inni immoo,<<Ani laafee du'uudhaaf nan jedha, garuu lubbuun koo ana keessaa ba'uu in didde; kanaaf kottuutii ana ajjeesi!>> naan jedhe. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 “Ergasiis inni, ‘Narra dhaabadhuu na ajjeesi! Waan lubbuun na keessaa hin baʼiniif ani akka malee dhiphachaan jiraatii’ naan jedhe. Viz kapitola |