2 ሳሙኤል 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ከነረት ዳዊት ደርገጌሰ ኦዱ ከነ ፍዴን፣ “አከ ሳኦሊፊ እልምሳ ዮናታን ዱአን አት አከምት ቤክቴ?” ጄዼ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Daawit yommus,<<Saa'ol mootichii fi Yonaataan ilmi isaa akka du'an ati attamitti beekta?>> jedhee namicha isatti hime sana in gaafate. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Kana irratti Daawit dargaggeessa oduu kana fideen, “Akka Saaʼolii fi ilmi isaa Yoonaataan duʼan ati akkamitti beekte?” jedhe. Viz kapitola |