2 ሳሙኤል 1:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 “ነሞትን ጀጀቦን አከምት ኩፈን! ምኦን ሎላ በሌፈመኒሩ!” Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 <<Namoonni jajjaboonni attamitti kukkufan! Warri akka mi'a waraanaatti ilaalamanis badaniiru>> jedha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 “Namoonni jajjaboon akkamitti kufan! Miʼoonni lolaa balleeffamaniiru!” Viz kapitola |