Online Bible

- Reklamy -




2 ሳሙኤል 1:26 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

26 ያ ዮናታን ኦቦሌሰኮ፣ አን ሲፍ ገዴረ፤ አት አናፍ ነመ አከ መሌ ጃለተማ ቱርቴ። ጃለል አት ናፍ ቀብዱ ድንቅሲሳ ቱሬ፤ ጃለለ ዱበርቲ ጫላ ድንቅሲሳ ቱሬ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

26 Yaa Yonaataan obboleessa ko, ani siif nan gadda; baay'ee na mararta turte, jaalalli ati na jaallatte, jaalala dubartootaa caalaa dinqisiisaa ture*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

26 Yaa Yoonaataan obboleessa ko, ani siif gaddeera; ati anaaf nama akka malee jaallatamaa turte. Jaalalli ati naaf qabdu dinqisiisaa ture; jaalala dubartii caalaa dinqisiisaa ture.

Viz kapitola kopírovat




2 ሳሙኤል 1:26

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy