2 ሳሙኤል 1:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 “ነሞትን ጀጀቦን አከምት ወራነ ኬሰት ኩፉ! ዮናታን ጋረንኬሰንረት አጄፈሜረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Namoonni jajjaboonni attam lafa lolaatti kukkufanii du'an! Yonaataan iddoowwan ol ka'oo irraa lafaan in dha'ame in du'e. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 “Namoonni jajjaboon akkamitti waraana keessatti kufu! Yoonaataan gaarran keessan irratti ajjeefameera. Viz kapitola |