Online Bible

- Reklamy -




2 ሳሙኤል 1:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

24 “ያ እንተለን እስራኤል፣ ሳኦል እሰ ወያ ብልዲማፊ ኡፈተ ሀጲ እስንት ኡፍሴ፣ ከን ወያኬሰን ወርቄዻን ሚዸግሴ፣ ሰናፍ ቦኣ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

24 <<Isin yaa intaloota Israa'el, Saa'ol isa uffata dhiilgee dhagna namaatti tolu isinitti uffise, uffata keessan warqeedhaan isiniif miidhagseef boo'aa!

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

24 “Yaa intallan Israaʼel, Saaʼol isa wayyaa bildiimaa fi uffata haphii isinitti uffise, kan wayyaa keessan warqeedhaan miidhagse, sanaaf booʼaa.

Viz kapitola kopírovat




2 ሳሙኤል 1:24

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy