2 ሳሙኤል 1:23 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ23 ሳኦሊፊ ዮናታን ዬሮ ሉቡን ጅራቻ ቱረንት፣ ጃለተሞ ነምን እሳንት ገመዱ ቱረን፤ እሳን ዬሮ ዱኣትስ ገርገር ህንባኔ። እሳን ርሳ ጫላ አሪፈቱ፣ ሌንጨ ጫላስ ጀባቱ ቱረን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo23 <<Saa'olii fi Yonaataan yommuu jiran, walii wajjin turan, namoonni isaan in jaallatu, isaanitti in gammadus turan; yeroo du'anittis immoo wal irraa gargar hin baane; isaan joobira caalaa fiigu, leencota caalaa jabaatu. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa23 Saaʼolii fi Yoonaataan yeroo lubbuun jiraachaa turanitti, jaallatamoo namni isaanitti gammadu turan; isaan yeroo duʼaattis gargari hin baane. Isaan risaa caalaa ariifatu, leenca caalaas jabaatu turan. Viz kapitola |