Online Bible

- Reklamy -




2 ሳሙኤል 1:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

16 ዳዊትስ፣ “ሰበቢ አፋኑምትኬ፣ ‘አን ነመ ዋቀዮ እሰ ድቤ አጄሴረ’ ጄዼ ዹጋ ስት በኤፍ ዺግንኬ መቱመኬት ዴብአ” ጄዼን።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

16 Namichi utuu hin ajjeefamin, Daawit,<<Ati afaanuma keetiin,<<Nama isa Waaqayyo dibee moosise nan ajjeese>> jettee of irratti dhugaa waan baateef, dhiigni kee mataa kee irraa haa barbaadamu!>> jedhee itti in dubbate.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

16 Daawitis, “Sababii afaanumti kee, ‘Ani nama Waaqayyo isa dibe ajjeeseera’ jedhee dhugaa sitti baʼeef dhiigni kee matuma keetti deebiʼa” jedheen.

Viz kapitola kopírovat




2 ሳሙኤል 1:16

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy