2 ሳሙኤል 1:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ኤርገሲ ዳዊት ነሞተሳ ኬሳ ቶኮ ዋሜ፣ “ዸቂቲ ዸኢ እሰ አጄስ!” ጄዼ። እንስ እሰ ዸኤ፤ ነምችስ ንዱኤ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Yommusuma namoota isaa keessaa tokko waamee,<<Dhaqii namicha kana rukutii lafaan dha'i!>> jedhee isa in abboome; kana irratti inni namicha rukutee in ajjeese*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Ergasii Daawit namoota isaa keessaa tokko waamee, “Dhaqiitii dhaʼii isa ajjeesi!” jedhe. Innis isa dhaʼe; namichis ni duʼe. Viz kapitola |