Online Bible

- Reklamy -




2 ሳሙኤል 1:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

14 ዳዊትሞ፣ “ዮስ አት ድበማ ዋቀዮ ቶኮ ገላፈቹፍ ሀርከኬ ኦል ፉዸቹ ማሊፍ ህንሶዳትንሬ?” ጄዼ ጋፈቴ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

14 Kana irratti Daawit,<<Ati attamitti nama isa Waaqayyo dibee moosise sana harka keetiin ajjeesuudhaaf ija jabaatte?>> jedhee isa in gaafate*;

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

14 Daawit immoo, “Yoos ati dibamaa Waaqayyoo tokko galaafachuuf harka kee ol fudhachuu maaliif hin sodaatin ree?” jedhee gaafate.

Viz kapitola kopírovat




2 ሳሙኤል 1:14

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy