2 ሳሙኤል 1:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ዳዊቲፊ ነሞትን እሰ ወጅን ቱረን ሁንድ ወያ ኦፍራ ባሰኒ ተተርሳሰን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Kana irratti Daawit, namoonni isaa wajjin turan hundinuus gadda irraa kan ka'e uffata isaanii of irratti in tarsaasan*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Daawitii fi namoonni isa wajjin turan hundi wayyaa of irraa baasanii tatarsaasan. Viz kapitola |