2 ጴጥሮስ 1:7 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋቀት ቡሉረት ጃለለ ኦቦሉማ፣ ጃለለ ኦቦሉማረትሞ ጃለለ ዹጋ ደበለዻ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Nama Waaqayyoo ta'uu keessaan obboloota jaallachuu, obboloota jaallachuu keessaan nama hundumaa jaallachuu argisiisaa*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waaqatti buluu irratti jaalala obbolummaa, jaalala obbolummaa irratti immoo jaalala dhugaa dabaladhaa. Viz kapitola |