2 ጴጥሮስ 1:6 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 አከሱመ ቤኩምሰረት ኦፍ ቀቡ፣ ኦፍ ቀቡረት ኦብሳን ዻበቹ፣ ኦብሳን ዻበቹረት ዋቀት ቡሉ፣ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Itti dabaltanii immoo beekumsa keessaan of qabuu, of qabuu keessaan obsaan danda'uu, obsaan danda'uu keessaan nama Waaqayyoo ta'uu keessan argisiisaa! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 akkasuma beekumsa irratti of qabuu, of qabuu irratti obsaan dhaabachuu, obsaan dhaabachuu irratti Waaqatti buluu, Viz kapitola |