2 ጴጥሮስ 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ሰበቡመ ከናፍ አመንቲኬሰንረት ጋሩማ፣ ጋሩማረትስ ቤኩምሰ ደበለቹፍ ዋን እስኒ ደንደአሜ ሁንደ ጎዻ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Ammas dhama'uu hundumaan dhama'aa! Amantii qabdan gaarummaadhaan argisiisaa, gaarummaa keessaan beekumsa argisiisaa*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Sababuma kanaaf amantii keessan irratti gaarummaa, gaarummaa irrattis beekumsa dabalachuuf waan isinii dandaʼame hunda godhaa; Viz kapitola |