2 ጴጥሮስ 1:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 አን ሀመን ዱንካነ ከነ ኬሰ ጅሩት ዋን ከነ እስን ያደቺሱዻን እስን ደመቅሱኮ ቀጄላ ነንሴአ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Dhagna koo isa akka godoo kana keessa hamma ani jirutti, yaadachiisee isin dammaqsuun koo qajeelaa dha jedhee fudhadheera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Ani hamman dunkaana kana keessa jirutti waan kana isin yaadachiisuudhaan isin dammaqsuu koo qajeelaa nan seʼa; Viz kapitola |