2 ቆሮንቶስ 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አኩመ ኑ ዽጵነ ክርስቶስ ኬሰት ባይኤ ህርማትኑ፣ አከሱመሞ ከራ ክርስቶሲን ጀጀብን ኑ ባይአተ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Dhiphina Kristos keessaa hammana kan hin jedhamne akkuma hirmaanne akkasuma karaa Kristos jajjabina isaa keessaa hammana kan hin jedhamne in hirmaanna*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Akkuma nu dhiphina Kiristoos keessatti baayʼee hirmaannu, akkasuma immoo karaa Kiristoosiin jajjabinni nuu baayʼata. Viz kapitola |