2 ቆሮንቶስ 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዋቅኒፊ አባን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ፣ አባን አራራቲፊ ዋቅን ጀጀብነ ሁንዳ ሃኤብፈሙ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Waaqayyoof, abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristos, abbaa araara hundumaaf, Waaqayyo jajjabina hundumaaf galanni haa ta'u*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Waaqnii fi Abbaan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos, Abbaan araaraatii fi Waaqni jajjabina hundaa haa eebbifamu; Viz kapitola |