2 ቆሮንቶስ 1:24 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ24 ኑ ገመቹኬሰኒፍ እስን ወጅን ሆጄትነ መሌ አመንቲኬሰንረት ጎፍቱማ ህንቀብኑ፤ እስን አመንቲን ጀባተኒ ዻበተኒቲ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo24 Isin amantiitti jabaattanii waan dhaabattaniif, isin gammachiisuudhaaf isinii wajjin hojjenna malee, nuyi amantii keessan irratti gooftummaa argisiifna jennee miti*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa24 Nu gammachuu keessaniif isin wajjin hojjenna malee amantii keessan irratti gooftummaa hin qabnu; isin amantiin jabaattanii dhaabattaniitii. Viz kapitola |