2 ቆሮንቶስ 1:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 እንስ ቻፓ ኑት ቻፔሴ፣ ቀብዲ ሀፉረ ቁልቁሉ ገራኬኘ ኬሰ ካኤ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Milikkita kan isaa ta'uu keenyaas nutti mallateesseera; qabsiisa garaa keenya keessa kaa'annus hafuura isaa nuuf kenneera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 innis chaappaa nutti chaappessee, qabdii Hafuura Qulqulluu garaa keenya keessa kaaʼe. Viz kapitola |