2 ቆሮንቶስ 1:16 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 አን ዬሮን መቄዶንያ ዸቁት እስን እላሉፊ ዬሮን መቄዶንያዻ ዴብኡትስ ገረኬሰን ዹፌ፣ አከ እስን ዬሮ አን ይሁዳ ዸቁት ነ ኤርግተን በርባዴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Utuun kutaa biyya Maqedooniyaa hin dhaqin dura, karaa keessan darbee isin argee, Maqedooniyaadhaa yeroon dhufus gara keessanitti deebi'ee, isin immoo gara kutaa biyya Yihudaatti yommuun darbu na gargaartu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Ani yeroon Maqedooniyaa dhaqutti isin ilaaluu fi yeroon Maqedooniyaadhaa deebiʼuttis gara keessan dhufee, akka isin yeroo ani Yihuudaa dhaqutti na ergitan barbaade. Viz kapitola |