2 ቆሮንቶስ 1:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አኩመ እስን ከዸትናኬሰኒን ኑ ገርጋርተን፣ አያነ ከዸትና ነሞተ ባይኤቲፍ ዴቢ ተኤ ኑ ኬነሜ ሰናፍ ነሞትን ባይኤን ኑፍ ገለቴፈቱ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Isinis waa'ee kanaaf nuuf kadhachuu keessaniin nu gargaaruu in dandeessu; namoonni baay'een gaarummaa inni ittiin nu oolche kanaaf, nuuf jedhanii Waaqayyoof galata guddaa in galchu*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Akkuma isin kadhannaa keessaniin nu gargaartan, ayyaana kadhannaa namoota baayʼeetiif deebii taʼee nuu kenname sanaaf namoonni baayʼeen nuuf galateeffatu. Viz kapitola |