1 ጢሞቴዎስ 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ሴር ወረ ሴረ ጨብሰኒፊ ፍንጭልቶታፍ፣ ወረ ዋቀ መሌ ጅራተኒፊ ጩበሞታፍ፣ ወረ ቁልቁሉ ህንተእኒፊ ጡራኦታፍ፣ ወረ አባሳኒቲፊ ሃዸሳኒ አጄሰኒፊ ወረ ነመ አጄሰኒፍ መሌ አከ ቀጄልቶታፍ ህንቱመምን ንቤክነ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Namichi sun, seerri nama qajeelaadhaaf akka hin tumamin in beeka; garuu warra seera malee jiraataniif, warra hin abboomamneef, warra Waaqayyo malee jiraataniif, warra cubbamootaaf, warra karaa qulqulluu irraa jal'ataniif, warra wanta qulqullaa'aadhaan mormaniif, abbootaa fi haadhota warra ajjeesaniif, warra gumaaf*, Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Seerri warra seera cabsanii fi finciltootaaf, warra Waaqa malee jiraatanii fi cubbamootaaf, warra qulqulluu hin taʼinii fi xuraaʼotaaf, warra abbaa isaaniitii fi haadha isaanii ajjeesanii fi warra nama ajjeesaniif malee akka qajeeltotaaf hin tumamin ni beekna; Viz kapitola |