1 ጢሞቴዎስ 1:5 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ካዮን አጀጀ ከናስ ጃለለ ገራ ቁልቁሉ፣ ቀልቢ ጋሪፊ አመንቲ እት ፈኬሱ ህንቀብኔ ኬሳ በኡዸ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Nuyi garuu barsiisa biraa sana dhowwine, jaalala garaa qullaa'aa keessaa, yaada garaa hin boora'in keessaa fi amantii gowwoomsaa hin qabne keessaa ba'u dammaqsuudhaaf in barsiifna*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Kaayyoon ajaja kanaas jaalala garaa qulqulluu, qalbii gaarii fi amantii itti fakkeessuu hin qabne keessaa baʼuu dha. Viz kapitola |