1 ጢሞቴዎስ 1:18 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ያ እልመኮ ጢሞቴዎስ፣ አኩመ ራጂ ከናን ዱረ ዋኤኬ ዱበተሜ ሰናት፣ አከ አት ሎለ ጋሪ ሎልቱፍ አን አጀጀ ከነ ሲፍን ኬነ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Ximotewos, ilma ko! Akka dubbii raajii waa'ee keetiif dubbatame sanaatti, gaarii gootee akka loltuuf abboommii kana hadaraa sitti nan kenna*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Yaa ilma koo Xiimotewos, akkuma raajii kanaan dura waaʼee kee dubbatame sanaatti, akka ati lola gaarii loltuuf ani ajaja kana siifin kenna; Viz kapitola |