1 ጢሞቴዎስ 1:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 አን ከናን ዱረ ነመ ነመ አረብሱ፣ ከን ነመ አርአቱፊ ከን ነመ ሚዹ ተኡዩ ሰበቢ አን ወላሉማፊ አመንቲ ዸቢሳን ዋን ከነ ሆጄዼፍ አራረ አርገዼ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Dur illee ani maqaa balleessaa, ari'achaa, humnaan nama irratti ka'aan ture; garuu amanuu koo dura wallaalummaatti waanan kana godheef, inni araara anaaf buuse*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Ani kanaan dura nama nama arrabsu, kan nama ariʼatuu fi kan nama miidhu taʼu iyyuu sababii ani wallaalummaa fi amantii dhabuun waan kana hojjedheef araara argadhe. Viz kapitola |