1 ጢሞቴዎስ 1:11 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 ኩንስ ወንጌለ ኡልፍነ ቀቤሰ ከን ዋቀ ኤብፈማራ እማና ነት ኬነሜ ሰነ ወጅን ወሊ ገለ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Barsiifni sirriin kun immoo wangeela isa waa'ee ulfina Waaqayyoo eebbifamaa dubbatuu dha; inni akkan isa lallabuuf hadaraa anatti kennameera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 kunis wangeela ulfina qabeessa kan Waaqa eebbifamaa irraa imaanaa natti kenname sana wajjin walii gala. Viz kapitola |