Online Bible

- Reklamy -




1 ተሰሎኒቄ 1:9 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

9 እስን ስመትና አከሚ አከ ኑ ጎተን እሳኑ ንዱበቱቲ። እሳን አከምት አከ እስን ዋቀ ጅራታፊ ዋቀ ዹጋ ተጃጅሉፍ ጄተኒ ዋቆተ ቶልፈሞራ ገረ ዋቃት ዴብተንስ ንህሙ፤

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

9 Nuyi attamitti akka isin gidduutti simatamne isinis Waaqayyo isa jiraataa fi isa dhugaadhaaf hojjechuuf attamitti waaqayyolii tolfaman irraa gara Waaqayyootti akka deebitan isaan ofuma isaaniitii iyyuu in himu*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

9 isin simannaa akkamii akka nuu gootan isaanuu ni dubbatuutii. Isaan akkamitti akka isin Waaqa jiraataa fi Waaqa dhugaa tajaajiluuf jettanii waaqota tolfamoo irraa gara Waaqaatti deebitanis ni himu;

Viz kapitola kopírovat




1 ተሰሎኒቄ 1:9

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy