Online Bible

- Reklamy -




1 ተሰሎኒቄ 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ዱቢን ጎፍታ እስን ብራ በኤ መቄዶንያፊ አካያ ቆፈት ህንዸገአምኔ፤ አመንቲን እስን ዋቀት ቀብደንስ ለፈ ሁንደ ገኤረ። ከናፉ ዋኤሳ ሆማ ዱበቹ ኑ ህንበርባችሱ፤

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Dubbiin gooftaa inni isin biraa ka'e Maqedooniyaa fi Akaayyaa duwwaatti dhaga'ame miti; amantiin isin Waaqayyotti qabdan iddoo halletti ba'ee barameera; waa'ee kanaafis waan jechuun nu barbaachisu tokko illee hin jiru*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Dubbiin Gooftaa isin biraa baʼee Maqedooniyaa fi Akaayaa qofatti hin dhagaʼamne; amantiin isin Waaqatti qabdanis lafa hunda gaʼeera. Kanaafuu waaʼee isaa homaa dubbachuu nu hin barbaachisu;

Viz kapitola kopírovat




1 ተሰሎኒቄ 1:8

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy