1 ተሰሎኒቄ 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ኑ ሆጂ አመንቲኬሰኒ፣ ደዸቢ ጃለለኬሰኒፊ ኦብሰ አብዲኬሰኒ ከን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስት ቀብደን ሰነ ዋቀኬኛፊ አባኬኘ ዱረት እቱመ ፉፍኔ ንያደትነ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Fuula Waaqayyo keenyaa fi abbaa keenyaa duratti hojii amantii keessanii, jaalalaaf dadhabuu keessan, gooftaa keenya Yesus Kristosin abdachuutti jabaachuu keessanis in yaadanna*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Nu hojii amantii keessanii, dadhabbii jaalala keessanii fi obsa abdii keessanii kan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoositti qabdan sana Waaqa keenyaa fi Abbaa keenya duratti ittuma fufnee ni yaadanna. Viz kapitola |