Online Bible

- Reklamy -




1 ተሰሎኒቄ 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

10 አከሱመስ እልመሳ እሰ እን ወረ ዱአን ኬሳ ካሴ ጄቹንስ ዬሱስ እሰ ዼከምሰ ዹፉ ጀላ ኑ ባሱ ሰነ አከ ሰሚራ ኤገተን ንህሙ።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

10 Deebi'uun keessanis ilma isaa isa waaqa irraa dhufu, isa inni warra du'an keessaa kaase Yesus isa dheekkamsa dhufu jalaa nu oolchu eeggachuudhaaf*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

10 akkasumas Ilma isaa isa inni warra duʼan keessaa kaase jechuunis Yesuus isa dheekkamsa dhufu jalaa nu baasu sana akka samii irraa eeggattan ni himu.

Viz kapitola kopírovat




1 ተሰሎኒቄ 1:10

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy