1 ሳሙኤል 1:27 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ27 አን ሙጫ ከነ አርገቹፍ ከዸዼረ፤ ዋቀዮስ ዋን አን እሰ ከዸዼ ናፍ ኬኔረ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo27 Ani mucaa argachuudhaaf isa kadhadheen ture, innis waanan isa kadhadhe anaaf in kenne. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa27 Ani mucaa kana argachuuf kadhadheera; Waaqayyos waan ani isa kadhadhe naaf kenneera. Viz kapitola |