1 ሳሙኤል 1:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ሃናን ገሩ ህንዸቅኔ። እሼንስ ዽርሰሼቲን፣ “ኤርገ ሙጫን ኩን ሀርመ ጉኤ ቦዴ አን እሰ ጌሴን ፉለ ዋቀዮ ዱረት እሰ ዽኤሰ፤ እንስ ጅሬኘሳ ጉቱ አቹመ ጅራተ” ጄቴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Haannaan garuu isaanii wajjin ol hin baane; isheen abbaa manaa isheetiin,<<Ani yommuu mucichi harma gu'u fidee, Waaqayyo duratti isa nan dhi'eessa; innis guutummaa bara jireenya isaatiitti achi in jiraata>> jette. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Haannaan garuu hin dhaqne. Isheenis dhirsa isheetiin, “Erga mucaan kun harma guʼee booddee ani isa geesseen fuula Waaqayyoo duratti isa dhiʼeessa; innis jireenya isaa guutuu achuma jiraata” jette. Viz kapitola |