1 ሳሙኤል 1:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ሃናንስ አከነ ጄቴ ዴብፍቴ፤ “ለክ አከስ ምት፤ ያ ጎፍታኮ፣ አን ዱበርቲ አከ መሌ ዽጰቴዸ። አን ሉቡኮ ፉለ ዋቀዮ ዱረት ዸንገላሴ መሌ ዳዺ ወይኒ ዮካን ዹጋቲ ነመ መቼሱ ህንዹግኔ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Haannaan garuu deebifteefii,<<Waawuu, yaa gooftaa ko, ani daadhii waynii yookiis dhugaatii macheessu hin dhugne; ani dubartii garaan ishee baay'ee gaddee dha; kanaafan kadhata kootiin gadda garaa kootii Waaqayyo koo duratti dhangalaafadha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Haannaanis akkana jettee deebifte; “Lakki akkas miti; yaa gooftaa ko, ani dubartii akka malee dhiphatee dha. Ani lubbuu koo fuula Waaqayyoo duratti dhangalaase malee daadhii wayinii yookaan dhugaatii nama macheessu hin dhugne. Viz kapitola |