1 ሳሙኤል 1:14 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 “አት ሀመ ዮሚት መቾፍተ? ዳዺ ወይኒኬ ኦፍራ ፈጌስ” ጄዼን። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 dubartittiidhaan,<<Ati hamma yoomiitti macoofta>> Daadhii waynii kana dhaqii of keessaa baasi!>> jedheen. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 “Ati hamma yoomiitti machoofta? Daadhii wayinii kee of irraa fageessi” jedheen. Viz kapitola |