1 ሳሙኤል 1:13 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 ሃናንስ ገራሼት ከዸቻ ቱርቴ፤ ህዺሼቱ ሶቾአ መሌስ ሰገሌንሼ ህንዸገአሙ ቱሬ። ከናፉ ኤሊን ዋን እሼን መቾፍቴ ሴኤ፣ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 Sababii Haannaan garaa ishee keessatti kadhattuuf, hidhii ishee duwwaatu totocho'a malee, sagaleen ishee hin dhaga'amu ture; Eliin kana irratti in machoofte ishee se'ee, Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 Haannaanis garaa isheetti kadhachaa turte; hidhii isheetu sochoʼa malees sagaleen ishee hin dhagaʼamu ture. Kanaafuu Eeliin waan isheen machoofte seʼee, Viz kapitola |