1 ሳሙኤል 1:12 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ዬሮ ሃናን እቱመ ፉፍቴ ፉለ ዋቀዮ ዱረት ከዸቻ ቱርቴትስ ኤሊን አፋንሼ እላላ ቱሬ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Haannaan ittuma fuftee kadhachaa yeroo turtetti Eliin totocho'a afaan isheetii in caqasa ture. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Yeroo Haannaan ittuma fuftee fuula Waaqayyoo duratti kadhachaa turtettis Eeliin afaan ishee ilaalaa ture. Viz kapitola |