1 ሳሙኤል 1:10 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ሃናንስ ጉዳ ገድቴ ህቅፈቴ ቦኡዻን ዋቀዮን ከዸቴ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Haannaan garaa isheetti guddaa gadditee, mararamtee boo'aa Waaqayyoon in kadhatti turte. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Haannaanis guddaa gadditee hiqqifatee booʼuudhaan Waaqayyoon kadhatte. Viz kapitola |