Online Bible

- Reklamy -




1 ጴጥሮስ 1:8 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 እስን ኡቱ እሰ ህንአርግን እሰ ጃለቱ፤ አመ ዮ እሰ አርጉ ባተንዩ እሰት አመንቱ፤ ገመቹ እብሰሙ ህንደንዴኜፊ ኡልፍነ ቀቤሳንስ ጉተምተኒርቱ፤

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Isin isa mul'achuuf jiru sana hin argine yoo ta'e iyyuu, isa in jaallattu; amma yoo isa arguu dhabaattan iyyuu, isatti in amantu akkasumas gammachuu akkas jedhamee hin dubbatamneef, gammachuu ulfina guddaa qabuun in gammaddu*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Isin utuu isa hin argin isa jaallattu; amma yoo isa arguu baattan iyyuu isatti amantu; gammachuu ibsamuu hin dandeenyee fi ulfina qabeessaanis guutamtaniirtu;

Viz kapitola kopírovat




1 ጴጥሮስ 1:8

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy