1 ጴጥሮስ 1:4 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ4 አከሱመስ ዻለ ህንበድኔ፣ ከን ህንጡሮፍኔ ዮካን ህንጌደረምኔት ኑ ገልቼ፤ ዻል ኩንስ ሰሚ ኬሰ እስኒ ካአሜረ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo4 Waan hin badne, waan xurii hin qabne, waan gad deebi'aa hin adeemnes, isa waaqa keessatti isiniif eegamee jirutti darbitanii akka fudhattan godheera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa4 akkasumas dhaala hin badne, kan hin xuroofne yookaan hin geeddaramnetti nu galche; dhaalli kunis samii keessa isinii kaaʼameera; Viz kapitola |