1 ጴጥሮስ 1:3 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ዋቃፊ አባን ጎፍታኬኘ ዬሱስ ክርስቶስ ሃኤብፈሙ! እን አራረሳ ጉዳ ሰናን፣ ወረ ዱአን ኬሳ ከኡ ዬሱስ ክርስቶሲን አብዲ ጅራታዻፍ ለመተ ኑ ዸልቼ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Waaqayyoo fi abbaa gooftaa keenyaa Yesus Kristosiif galanni haa ta'u! Inni araara isaa isa guddaadhaan, Yesus Kristos warra du'an keessaa ka'uu isaatiin, abdii isa jiraataa kanatti qabamnee akka jiraannuuf haaraa godhee nu dhalachiiseera*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Waaqaa fi Abbaan Gooftaa keenya Yesuus Kiristoos haa eebbifamu! Inni araara isaa guddaa sanaan, warra duʼan keessaa kaʼuu Yesuus Kiristoosiin abdii jiraataadhaaf lammata nu dhalche; Viz kapitola |