1 ጴጥሮስ 1:25 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 ዱቢን ጎፍታ ገሩ በረ በራን ንጅራተ።” ዱቢን ኩንስ ወንጌለ እስንት ለለበሜ ሰነ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Dubbiin gooftichaa garuu, hafee bara baraan in jiraata? in jedha; dubbiin kun immoo isa misraachoo isinitti himamee dha. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 dubbiin Gooftaa garuu bara baraan ni jiraata.” Dubbiin kunis wangeela isinitti lallabame sana. Viz kapitola |