Online Bible

- Reklamy -




1 ጴጥሮስ 1:23 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

23 እስን ከራ ዱቢ ዋቃ እሰ ጅራቱፊ ጭሜ ዻበቱ ሰናቲን ሰኚ ህንበድኔራ ለመተ ዸለተን መሌ ሰኚ በዱራ ምት።

Viz kapitola kopírovat

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

23 Isin sanyii baduttii utuu hin ta'in, sanyii hin badnettii sagalee Waaqayyoo isa jiraataa fi isa akka jirutti hafuun, haaraa taatanii dhalattaniittu*.

Viz kapitola kopírovat

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

23 Isin karaa dubbii Waaqaa isa jiraatuu fi cimee dhaabatu sanaatiin sanyii hin badne irraa lammata dhalattan malee sanyii badu irraa miti.

Viz kapitola kopírovat




1 ጴጥሮስ 1:23

Následuj nás:

Reklamy


Reklamy