1 ጴጥሮስ 1:22 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ22 ኤጋ እስን ዋን አከ ኦቦሎተኬሰኒፍ ጃለለ ዹጋ ቀባተኒፍ ጄተኒ ዹጋዻፍ አጀጀሙን ኦፍ ቁልቁሌስተኒፍ፣ ጭምሳቲ ገራ ቁልቁሉዻን ወል ጃለዻ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo22 Isin dhugaadhaaf abboomamuu keessaniin, jireenya keessan qulleeffattanii, obboloota garaa qulqulluudhaan jaallachuu bira geessaniittu; ammas jaalala ho'aa isa garaa keessaa dhufuun wal jaalladhaa*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa22 Egaa isin waan akka obboloota keessaniif jaalala dhugaa qabaattaniif jettanii dhugaadhaaf ajajamuun of qulqulleessitaniif, cimsaatii garaa qulqulluudhaan wal jaalladhaa. Viz kapitola |