1 ጴጥሮስ 1:19 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ19 ገሩ ዺገ ገቲ ጉዳ ቀቡ፣ ዺገ ክርስቶስ ጄቹንስ ሆላ ሙዳ ዮካን ሀንቅነ ህንቀብኔ ሰናቲን ፉረምተኒርቱ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo19 Garuu Kristos dhiiga isaa isa gati-jabeessaan, isin fureera; inni akka hoolaa mudaa yookiis xurii hin qabnee ti*. Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa19 Garuu dhiiga gatii guddaa qabu, dhiiga Kiristoos jechuunis hoolaa mudaa yookaan hanqina hin qabne sanaatiin furamtaniirtu. Viz kapitola |