1 ጴጥሮስ 1:17 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 እስን ኤርገ እሰ ኡቱ ወል ህንጫልችስን ነመ ሁንደ አኩመ ሆጂሳት እት ሙሩ ሰነ “አባ” ጄተኒ ዋመተኒ በረ ኬሱሙማኬሰን እሰ ሶዳቻ ጅራዻ። Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Isa nama utuu wal hin caalchisin, adduma addaan akka hojii isaatti faradu sana ?Abbaa? jettanii in waammattu yoo taatan, bara itti akka ormaatti jiraattan hundumaatti isa safeeffachuutti jiraadhaa*! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Isin erga isa utuu wal hin caalchisin nama hunda akkuma hojii isaatti itti muru sana “Abbaa” jettanii waammattanii bara keessummummaa keessan isa sodaachaa jiraadhaa. Viz kapitola |