1 ጴጥሮስ 1:15 - ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ቆደ ከና አኩመ እን እስን ዋሜ ሱን ቁልቁሉ ተኤ፣ እስንስ ዋን ሆጄተን ሁንዱማን ቁልቁሎተ ተኣ፤ Viz kapitolaMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Inni isin waame qulqulluu akkuma ta'e, isinis adeemsa keessan hundumaan qulqulloota ta'aa! Viz kapitolaHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Qooda kanaa akkuma inni isin waame sun qulqulluu taʼe, isinis waan hojjetan hundumaan qulqulloota taʼaa; Viz kapitola |